Namoo Daandii, Tujubee Horaa | VOA WASHINGTON DC – Godinaalee Oromiyaa bakka adda addaa keessatti hiriirri mormii har’as itti fufee oole. Akkuma kanaan kutaa addaa Oromiyaa Buraayyuu ganda Annee diimaa jedhamu keessatti hiriira mormii uummati geggeessu bittinneessuuf humnootiin mootummaa itti bobba’uu isaanii jiraattonni dubbataniiru. Humnootiin mootummaa duraan samiitti ol qabanii dhukaasan iyyuu booda irra uummatatti […]
↧