Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

VOA: Hiriirri Mormii Barattoota Oromoo

$
0
0
Hiriira Irratti Lubbuun Namaa Dhabame Jedhu Barattoonni Poolisiin Immoo Dhara Jedha Tujubee Horaa | VOA WASHINGTON DC – Hiriirri mormii barattoota Godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti geggeessamaa jira. Akka jiraattonni fi barattoonni jedhanitti, bakkaawwan adda addaatti haga lubbuun namaa dhabamutti illee midhaan barattoota irra ga’ee jira. Yunivarsitii Haromaayaa keessatti, hiriira kaleessa geggeessame irratti tarkaanfii humnoonni […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles