ODUU GAMMACHIISAA! Oromo TViin eega hojii tajaajila television Oromoo jalqabe barri 15 dabre. Oromo TViin barana hojii bara 15 hojjate gilgaalee, fuul dura hojii isaa taraaree, tamsaasa isaa addunyaa guutuu biraan gahuuf sochoo’aa jira. Ilmaan Oromoo hundi Sochii Oromo TV kanarraa akka qooda fudhataniif ayyaanni qophaawee jira. Ilmaan Oromoo hundi sochii Oromo TV kanarratti hirmaattanii, […]
↧