(OroMedia, Mattuu, 24 Onkoloolessa 2015) Yeroo addaddaatti hidhaa keessatti dararamaa kan ture Barataa Tarreessaa Safaraa Onkoloolessa 23 galgala mooraa Yunivarsiitii Mattuu keessatti ajjeefamuun gabaasame. Maddi gabaasaa keenyaa akka himetti, barataan kun yeroo hedduu humnoota tikaatiin hordofamaa ture. Hiriyyoota isaattis, akka hordofamaa jiru himaa ture. Tarreessaan eenyuu? Barataa Tarreessaa Safaraa utuu barnoota idileerra jiruu bara 1999 […]
↧