Fulbaana 15, 2015 – Gabaasa Qeerroo Magaalaa Amboo Fulbaana 15, 2015 Bulchiinsii Wayyaanee Godina Lixa Shaggar Magaalaa Ambootti argamu Qajeelfama aangawoota wayyaanee EPRDF irra dabarfameefiitti Fayyadamuun Manneen jiraattoota Magaalota Godinichaa kanfaltii tokko malee diiguuf murtii dabarse. Diigumsii manneen magaalaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa ture, Godina lixa Shaggar Magaalaa Ambootti diddaa uummataan sodaatamaa kan ture, bifa haaraan […]
↧