Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Qaalluu Kuusaa:- Qaroominni warra Gibxii qaroomina warra Kuush miti kan jedhuu dhugaadhaa?

$
0
0
Qaalluu Kuusaa irraa Qaroominni warra Gibxii qaroomina warra Kuush miti warri jedhan jaarraa 21ffaa keessas hinuma mumullatu. Yaadni Qaroominni warra Gibxii kan Afrikaa mitii, kan Warra Giriiki jedhan warra ilaalcha Awurooppaa calaqqisan ta’uun beekamaadha. Faranjoonni kaleesaa qaroomina Afrikaa haalanii, Afrikaan doofaa, Abaaramoo, Amantii kan hin qabne jechaa turan. Waan Abaaramaniif, gurracha’anii Afaan isaanituu kan warra […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles