Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

OroMedia: Hidhamtooti Siyaasaa Oromoo Shan Gadhiifaman

$
0
0
(Oromedia, 18 Hagayya 2015) Sabboontoti Oromoo waggaa jahaa oliif manneen hidhaa Itoophiyaa keessatti dararamaa turan hidhaa irraa gad-dhiifaman. Oduun nu gahe kun akka ibsutti, ‪Roobaa ‪Gaddafaa, ‪Hayluu Dalasaa, ‪Dajanee ‪Dhaabaa, ‪Bayisaa Huseen fi Waabee ‪‎Hajii manneen hidhaa Baatuu fi Qilinxoo irraa murtii ganna 10 (waaggoota kudhan) xumurachuudhaan Hagayya walakkeessa keessa ba’anii jiru. Maddeen Oduu keeenyaa […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles