Yeroo darbee Dubaree Oromoo Bartuu Biiftuu Durreessoo achuma New York magalaa Rochester ti mana barumsaa ishee sadarkaa olaanaa qaphixxii guddaan xumuruu dhaan haasa bara kana sirna eebbaa irratti seenaa warra isheef akkaatta itti milkoofte dubbachuu addunyaa rajjeffachiiftee turte. Akkasumaas warra dhiirraa keessaas Dargagoon Adan Roobaa magalaa Syracuse mana barumsaa isaa keessaati qaphixxii olanaa dhaan eebbifammee […]
↧