Ibsa Ijannoo Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) … ——- Hagayya 2, 2015 IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO) Ummannni Oromoo gabrrummaa jalatti erga kufee kaasee gaaf tokkollee tole jedhee gabroomfattoota Habashaa jalatti bulee hinbeeku. Ummanni keenna erga gabroomffattoonni balbala isaa gahanii kaasee humnna qabu hundaan lola ufirraa ittisuu (War of resistance) dabalatee gootummaadhaan diinota isaa falmaa […]
↧