Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Qeerroon Barattootni Oromoo Dhaabbilee Barnoota ol-Aanoo Maree Torbaan Tokkoof Taasisaniin Haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo, Haala Rakkoo Siyaasa Biyyatti, fi Haala Diaspora Oromoo Ilaalchisuun Marii Baldhaa Godhchuun Ibsa Ejjennoo Qabxii Toorba (7) Qabu Baafatan

$
0
0
Ibsa Ejjetnoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adoolessa 8/2015 Finfinnee, Oromiyaa Nuti Qeerroon dargaggootni barattootni Oromoo dhaabbilee barnoota ol-aanoo biyyatti garaagaraa irraa ogummaa garaagaraan eebbifannee fi kanneen barachaa jirru haala qabsoo bilisummaa Oromoo ABO durfamuu fi Warraaqsaa FDG; ilaalchisuun, haala rakkoo siyaasaa biyyatti, dawwannaa Peresidentiin Ameerikaa Barak Obamaa Adooleessa 2015 dhumaa gara Ethiopiatti gochuuf jiru, rakkoo diaspora […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles