Amni (adeemsi) qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) roga adda addaa shan (5) walitti hidhaman keessaan hoogganamaa jira. Isaanis (1) Qabsoo aadaa Oromoo kunuunsuu, (2) Qabsoo afaan Oromoo qaromsuu, (3) Qabsoo seenaa Oromoo fi oromummaa ifatti baasuu, (4) Qabsoo hawaasummaa fi dinagidee Oromoo dagaagsuu, fi (5) Qabsoo siyaasaa saba Oromoo aangoomsuu ti. Qabsoon bilisummaa roga shananuu kessaan […]
↧