Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

OVR: Oromooti Sagal Hidhaa Hiikaman

$
0
0
(Oromedia, 30 Waxabajjii 2015) Sabboontoti Oromoo Oromummaa isaaniitiin yakkamanii wagoota turban darbaniif manneen hidhaa Itoophiyaa keessatti gidirfamaa bahan sagal hidhaa waggaa torbaa booda hiikaman. Raadiyoon Sagalee Oromoo (OVR) akka gabaasetti, hidhamtooti siyaasaa Oromoo salgan kunneen bara 2008 keessa sababa Oromummaa isaaniitiin yakkamaniii hidhaatti kanneen guuraman turan. Akka odeessa nu gaheetti, sabboontoti hiikaman kunneen kanneen galmee […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles