Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

VOA: Viidiyoon wallee aadaa Oromoo haaraan Waxabajjii 5, bara 2015 irraa jalqabee ‘YouTube’

$
0
0
Namoo Daandii | VOA WASHINGTON DC — Walleen aadaa Oromoo haaraan Waxabajjii 5, bara 2015 irraa jalqabee YouTube fi adda addaatiin daawwattotaa dhaqqabe daawwattoota biratti hedduu jaallatame. “Maalan Jira” mata-dureen viidiyoo wallee kanaa, guyyota afur keessatti, YouTube irraa qofa namoota gara kuma shantamii sagalii tu daawwate. Ka Yunaayitid Isteetsiin daawwataa jiru – wallisaa wallee kanaa […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles