Jaallannee Gammadaa | VOA WASHINGTON DC – Dilbata darbe Naannoo daangaa Itiyoopiyaa fi Keeniyaa irratti waraana mootummaa Itiyoopiyaa fi Adda Bilisummaa Oromoo gidduutti wal waraansi geggeeffamuu isaa gaazexaan Keenyaa “Standard” jedhamu marsariitii isaa Standard Digital jedhu irratti beeksisee jira. Kana irratti VOAn Afaan Swaailii illee waraanni mootummaa Itiyoopiyaa daangaa ce’ee Keeniyaa keessatti haleellaa geggeessuu isaa […]
↧