Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

VOA: Shawaa Lixaatti Dhimma Filannoon Walqabateen Yoo Xiqqaate Nam Tokko Ajjeesamuu tu Dubbatama

$
0
0
Namoo Daandii | VOA WASHINGTON, DC — Hoogganoonni gamtaa paartiilee mormituu, ka Medrek akka jedhanitti, poolisoonni federaalaa taajjabdoota filannoo moggaatti dhiisanii, kaan buufta filannoo irraa hariyatanii korojoo filannoo fudhachuu yaaluu irraa wal-dhidee uumameen, aanaa Midaa-Qanyii keessatti namni Giddiisaa Camadaa jedhamu ajjeesame. “Uummatni gumaa’ee akka korojoon filannoo seeraa ala hin hatamne, meetira dhibba shan irraa fagaatee […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles