Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa afraffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa fi nageenyi, bilisummaa fi walabummaan Oromiyaa taanyaaf haa dhufu! Erga Ambo bultanii bishaan, aannanii fi damma isaatti gammaddanii, amma adeemsa keenya gara Shaggarittii mitii gara magaalaa […]
↧