Waldaan Dargaggoota Dallas, Texas, Dhimma Master-Plan Finfinneen wal-qabate hojjii irra oolaa jiramoo hafe, kan jedhu irraatti oogeeyyii dhimma kana irratti xinxala nuuf kennan. 1. Dr. Gizachawu Teessoo fi 2. Prof. Mahammad Xaheroo Dhiimmicha irraatti marii gochuuf isiniif qopheessinee jirra. Maarree isinis xinxalaa fi mastarpilaaniin kuni dhiibbaa ummata keenya irraan gahuu, akkasumas dhoksaan ykn iccitiin Master-Plan […]
↧