Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

QEERROO: Uummanni Oromoo Godina Lixa Shaggar Aanaa Meettaa Roobii Keessa Jiraatan Diddaa Sirna Wayyaanee Itti Fufuuf Murteeffatan

$
0
0
Caamsaa 15, 2015 | Gabaasa Qeerroo Mettaa Roobii Uummatni Oromoo Aanaa Meettaa Roobii sirna bulchiinsa Wayyaanee EPRDF diduun ejjetnoo FDG itti fufuu kan murteeffatan ta’uu wal hubachiisan. Yeroo ammaa kana mootummaan Wayyaanee diddaan warraaqsa Oromoo itti hammaachuu irraan waan qabee gadhiisu dhabee waan jirtuuf ummata dararaa jira. Yeroo ammaa kanatti Godina Lixa Shaggar Aanaa Meettaa […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles