Caamsaa 6, 2015 – Amboo Mootummaan abbaa irree EPRDF/TPLF uummata Oromoo irratti yakka garaa laafina tokko malee kan raawwatu humna waraana isaa bobbaasuun uummmata Oromoo nagaan qe’ee isaa jiraatu irratti yakka reebichaa fi ukkamsee hidhatti darbachuu itti fufuun walqabatee FDG uummataan qabachaa jiraachuu madden Qeerroo Bilisummaa Oromoo Aanaa Ilfataa magaalaa Bakkee irraa gabaasa jiru. Humnootni Milishaaa […]
↧