Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Guyyaan Gootota Oromoo Caamsaa 2, 2015 Magaalaa London Keessatti Sirna Ho’owwan Kabajame

$
0
0
Ayyanichi kan eegale Eebba manguddoon ture. Itti aansuun dungoo qabsisuun dhan yaadannoon Gootota Oromoo daqiiqaa lamaaf tahee jira. Dura Taa’aa ABO Kutaa UK J/Dr Baraiisaa Guutamaa guyyaa goototaa ilaalchhisee ibsa godhan keessatti ilmaan Oromoo waggoota dheeraa mirgaa isaaniif falmaa turan, ammas itti jiran yaadachuuf jedhaniiru. Wareegamni Oromoon kafalaa jiru yeroo yeroon dabalaa dhufee ammaan tana […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles