Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

(Caamsaa/May 23, 2015) Qophii Guyyaa Gootota Oromoo – Manchester, UK

$
0
0
Ummatni Oromoo Manchester fi naannoo jiraatan kabajaa yaadannoo wareegamtoota fi gootota Oromoo bara 2015 magaalaa Bolton keessatti haala addaan qopheessanii jiru. Yaadannoo gootowaan kana irratti sagantaalee mimiidhagoo, nyaata, dhugaatii fi qophiin bashananaa miira nama hawwataan kan itti dhiyaatan ta’a. Keessuummoota bakka fagoo irraa dhufaniif iddoon bultii karaa Oromoota naannoo Bolton qophaawee jira. Guyyaa kana dhihaattanii […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles