Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Qeerroo.org: Wallisaa Addisuu Karrayyuu Dabalatee Oromoonni Heedduu Badii Tokkoon Malee Magaalaa Finfinnee Keessaa Hidhaman

$
0
0

(Qeerroo.org) – Jiraattota magaalaa Finfinnee kanneen ta’an Oromooti jireenya nagaa jiraatanii fi sabboonummaa qaban humna ergamtoota Wayyaaneen adamfamaa akka jiranii fi hidhaa hin beekamnetti geeffamaa akka jiran gabaasi Qeerroo Finfinnee addeessa. Hanga ammaatti Oromooti maqaan isaanii argamee fi bakka amma jiraatanii irraa hidhaman keessaa gariin akka armaa gadiiti.

Full Story (Qeerroo.org)


Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles