Quantcast
Channel: Gadaa.com Oduu – News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Guyyaan Gootota Oromoo bara 2015 – Biyya Noorwee, Magaalaa Osloo itti Sirna O’aan Kabajameera

$
0
0
Guyyaan Yaadannoo Gootota Oromoo bara 2015 kan Kutaa ABO ‘Scandinavia’ qopha’ee Magaala Osloo keessatti haala o’aadhaan kabajameera. Ayyaanchi kan eegaale sirna simannaa dura ta’aa kutaa ABO Scandinavia, J/Mohammed Ahamed Hajii anaa dhufuu hirmmaattotaa wal gahiif erga godhanii booda yaadannoo jaalleewwaan qabsoo bilisummaa Oromoof waareegamaan daqiqaa tokkof godhameera. Itti aansuun miseensonni ABO kutaa Scandinavia fi hirmaattonni […]

Viewing all articles
Browse latest Browse all 3148

Trending Articles