Gabaasa Qeerroo Jimmaa – Ebla 18, 2015 Ebla 17/2015 Mooraan Yuunibarsiitii Jimmaa humna Waraanaa Poolisoota Fedaraalaa Wayyaaneen Marfame. Humnootni Tikaa TPLF Heddumina Qabu Mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa fi Koolleejjii Barasiisota Jimmatti Ramadamuu Qeerroon Gabaase Guyyaa har’aa kabajni Guyyaa Gootota Oromoo Ebli 15 fiYaadannoon wareegamtoota uummata Oromoo fi gootota dargaggoota Qeerroo barattoota Oromoo Ebla 2014 FDG irratti […]
↧