Baatiin Ebla qabsa’otaafi Sabontootaa Oromoo akkasumaas hawasaa Oromoo maraa biratti baatti addaa tahee yadatamee oolaa, kunis Gootota Oromoo gabrummaa sabaa Orommo arguu fi ilaluu dadhabuun qabsoo keessatti waareegamaanif, kanneen mana hidhaa fi iddo adda addaatti qabsoo dhugaa fi haqaa qabataani injifannoowwaan heeddu galmeessun waareegamaa, kafaalanii fi qabsoo fincilaa baratooni fi beektooni Oromoo akkasumaas hawasni Oromoo […]
↧