Namoo Daandii | VOA WASHINGTON DC – Barressaa Eebbisaa Baayisaa jedhama. Barnoota isaa digirii duraaf Baayooloojii, digirii lammataaf immoo Saaykooloojii barate. Kitaabonni inni barreessuu fi afaan biroo hiikee maxxansiisu kanneen dargaggoota akka dandeettii isaanii fi kaayyoo jireenya isaanii hubatanii hojiitti ciman hamilee isaanii kakaasani. Haga ammaatti kitaabota shan maxxansiisee jira. Kanneen hag sana baay’atanis barreeffamanii […]
↧