Gabaasa Qeerroo – Ebla 1/2015 Mootummaan Wayyaanee wayita ammaa uummata walgayii gara garaan qabuudhaan olola siyaadaa gaggeessaa kan jiru Oromiyaa godinaa fi aanaa irratti uummataan feshala’aa jira. Naannoolee adda addaattis uummanni walgayii irratti argamuudhaan gaaffii mirgaa kaasuudhaan ergamtoota mootummaa afaan qabachisaa jiru. Odeessa Qeerroo Shaggar Kaabaa aanaa Akaakoo irraa Ebla 1/2015 nu gaheen dhimma ayyaana […]
↧