Ijoo Dubbii ABO Bittaan Abbaa irrummaa isaa dhumatee baqattummaan Haraareetti osoo hin godaaniin dura Mangistuu H/Maariyaam ummatoota Itophiyaa qofa osoo hin taane, biyyoota ollaatti dhaadatuu fardeessaa ture. Ummatootni Itophiyaa bittaa Abbaa irrummaa isaa hifatuun deggersa sirnichi irraa barbaadu dhorkatuu irraa ummatichaan “Warqee hafaniif iyyuu Faandoo dha jedha” jechuun arrabse. Dabrees wayta qabsoon ummatootaa jabaataa dhufetti […]
↧